Yesuus Kiristoos
Daabboo Eebbisuu


Daabboo Eebbisuu

Yaa Waaqayyoo, Abbaa Bara Baraa,
daaboo kana lubboota cabsatan hundumaaf,
dhagna ilmaa kee yaadatanii akka nyaatanii fi,
Yaa Waaqayyoo, Abbaa Bara Baraa,
Hafuura isaa yeroo hundumaa isaanii wajjin akka qabaataniif;
maqaa ilmaa kee ofii isaanii irratti fudhachuu
fi yeroo hundumaa isa yaadachuu fi abboommota
inni isaaniif kenne eeguuf fedha qabeessota
akka taʼan akka siif dhugaa baʼaniif,
akka eebbiftuu fi akka qulqulleessituuf maqaa
Ilmaa keetii, Yesuus Kiristoosiin, si gaafanna.
Aameen.

Print