Yesuus Kiristoos
Bishaan Eebbisuu


Bishaan Eebbisuu

Yaa Waaqayyo, Abbaa Bara Baraa,
bishaan kana lubboota dhugan hundumaaf,
dhiiga ilmaa kee, isa isaaniif dhangalaʼe,
yaadatanii akka godhaniif;
Yaa Waaqayyo, Abbaa Bara Baraa,
Hafuura isaa isaanii wajjin akka qabaataniif,
yeroo hundumaa isa akka yaadatan akka siif dhugaa baʼaniif,
akka eebbiftuu fi akka qulqulleessituuf maqaa
Ilmaa keetii, Yesuus Kiristoosiin, si gaafanna.
Aameen.

Print